⚰Du'a⚰
⏺Awwaalcha kee sa'aatii tokko booda,
Boo'ichi ni hir'ata. Maatiin kee gara manaatti deebi'ee nyaataa fi dhugaatii kennuun firoota kee kunuunsuu jalqabu. Yeroositti qaamni kee biyyee waliin wal argu.
▶Sa'aatii lama booda,
Warri boo'ichakee hin dhufne mana keessanitti bilbilanii sirna awwaalcha irratti argamuu dadhabuu isaaniif sababa dhiheessanii maatii kee dhiifama gaafatu. Yeroon booda namoonni mana keessan keessa jiran tokko tokko waa'ee ispoortii, tapha adda addaa fi siyaasaa dubbachuu jalqabu.
⏩Sa'aatii jaha booda,
Maatii kee dhiyoo qofatu hafe. Namni hundi gara manaatti deebi'ee karoora guyyaa itti aanu karoorfachuu jalqaba. Abbaaf haatikee suuraa kee guddifamee fireemiin hojjatame sana ilaalaa gaddu.
⏺Sa'aatii digdamii afur booda,
Qaamonni keessoo kee bulbulamuu jalqabu. Gidduu kana ergaa fi bilbilli namoota du'uu kee hin beekne irraa bilbila kee irratti dhufuu itti fufeetuma jira. Garuu namni kaasu hin jiru. Maatiin kee ilaalaniituma deebii dhabanii dhiisu.
▶Guyyaa sadii booda,
Bakka hojii keetitti bakka kan kee guutuuf af-gaaffiin dorgomtoota waliin taasifama. Yeroo sanatti qaamni kee dhiita’uu kan jalqabu yoo ta’u, dhangala’aan foomii qabu afaanii fi hidhii kee keessaa ba’a.
▶Guyyaa shan booda,
Intalti fi ilmi kee hojiitti deebi'u(yoo qabaachuu baattemmoo homtuu. Yeroo kanatti qaamoleen dhiigaa kee manca'uu waan jalqabuuf qaamni kee magariisa irraa gara diimaatti jijjiirama.
▶Torban lama booda, .
Ijoolleen keessan qabeenya qooddachuuf abukaatoo waliin mana murtiitti wal argu. Yeroo kanatti cimdii fi ilkaan kee har'ca'uu jalqaba.
▶️Waggaa tokko booda namni tokko,
"Wow, erga du'ee/duutee hanga kana qofaa? kaleessa fakkaataam jedha."
-Waggaa kudhan booda,
Hiriyaan tokko suuraa durii irratti si argee si yaadata.Qaama kee irraa kan hafe lafee qofatu jira. Yeroon booda lafichis bullaa'ee biyyoo ta'a. Jireenyi ilma namaa hanganuma. Yeroo qabdu keessatti yoo waan gaarii hin hojjanne , yoo nama ittiin waamamtu hin qabaanne ,osuma deemtuu yoo boqotte,muka firii hin qabne taatee hafuudha.Umurii jireenya ofii guutuu waan dhugaa osoo hojjetanii yoo du'an garuu gaabbii hin qabu!
Positive mind find opportunity in everything.