β€οΈObboleesaa koo obboleetti koo guyyaa lafarra deemtu hin beektu. Garuu guyya tokko ni godaanta kanaaf amma ariifadhu du'a lubbuu jalaa baraarami. Inni siif du'e harkasaa ballisee si wamaa jira. Dhiignisa inni sif lola'e harras ho'aadha. Du'a lama hin du'in.
Kan Gooftaa Yesusitti hin amanne ammayyu itti faradameera. Galgallisas si'olidha. Warri Yesusin amanana garu ammayyuu mootummaa Waaqayyoo dhaalaniiru. Arifadhu bineensicha harkaa ba'i.
" Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta'u, waaqa jalaa ilmaan namootaaf hin kennamne" jedhe."
(Hojii Ergamootaa 4: 12)
Telegram kiyya kana #Join godhaatii ergaa asirran darbu hordofaa!
@Sagalee_Farafaanna πΉ