Diinummaan maali?
Diinummaa kan jedhu kana Waaqayyotu sanyii Bofichaa fi sanyii dubartittii gidduutti hundeesse.
Kanaaf har'a diinummaa namni balleessuu hin danda'u of eeggatee jiraachuu qofa malee.
Macaafnis diinummaa hambisuu utuu hin ta'in jabaatanii loluu barsiisa.
Um 3:15 Ani sii fi dubartittii gidduu, sanyii isheetii fi sanyii kee gidduus diinummaa nan buusa; inni mataa kee in buruqsa, atis koomee isaa in iddita" jedhe.