Siicoo jalaa gatii gaanii kee qulqulleessi qulqulluu isaa dhugi!
.
Hamma isaan qodaa isaanii qulqulleessanitti Yesuus calluma jedhee isaan eege. Gaanii daadhiin isaanii keessa ture erga keessaa miicani booddee bishaan qofaa itti guutaa isaaniin jedhe. Siicoo isaanii irratti utuu bishaan itti naqsiiseera ta'ee jarattiin atalaa daadhii keenyaatu mi'eesse jedhu turan. Amma garuu Yesuus Bishaan qulqulluu daadhiitti jijjiire. Hojii isaatti Yesuus of danda'ee waan hin danda'amne hojjeta. Shaakalaa fi muuxannoo kee amanachaa kadhatta taanaan humaa hin fudhattu. Yesuusiin amanattee kadhannaan waan hin danda'amne dandeessa. Qulqulleeffadhuu itti dhiyeeffadhu siif guutaati.
Yoh. 2:1-10