Mul'ata Yoh. 22:13-14
13 Ani Alfaadha Omeegaa dha, isa duraati isa booddee ti, isa jalqabaati isa dhumaatis" jedhe.
14 Warri uffata isaanii miiccatan haa gammadan! Isaan muka jireenya namaaf kennu bira ga'uudhaaf aboo qabu; karra sanaanis mandarichatti ol in galu. 15 Garuu warri akka saree [waan hundumaa xureessan], warri qoricha namatti godhan, warri halaleen, warri gumaa, warri waaqayyolii tolfaman waaqessan, warri wanta sobaa jaallatan, warri hojjetanis hundinuu alatti in hafu.
have a nice day my family
Singer Megertu official