Abdiin fayyina keenyaa hafuurasaati!
π Rom 14:7 Nu keessaa tokko illee akeeka ofii isaatiif hin jiraatu; tokko illees akeeka ofii isaatiif hin du'u.
π Waaqayyoo gara biyya lafaa kanaatti gaafa nu fidu, hojiif yaada qabaaf nu fide.
πAnaan(Raaji Masarat) gaafa gara biyya lafaa kanaa gaafa na fidu, wangeela isaa akka lallabuuf, akkasumas warra hidhaman akkan hiikuuf. Kana immoomaatiikoo irraan dhaale miti; kennaan kun abbaa qaba, isa yaadachaan hojii kana hojjedha. Kanan jiraadhuufis kanumaafi.
π Keennaa gaarii gochuu, kennaa ayyaana isaa kana, dhalootaan yookiin namootarraa utuu hin taane, waaqayyo isa abbaa ifaa biraa arganna.
π Anis isuman uumameef sanaafan jiraadha.
π Iyob 14: 7"Mukti yoo murame iyyuu deebi'ee waan latuuf, damee godhachuun isaas waan hin oolleef abdii qaba; 8 hiddi isaa lafa keessaa yoo dulloome iyyuu, gufuun isaa lafa keessatti yoo goge iyyuu, 9 foolii bishaaniitiin in lata, akka biqiltuu haaraas damee in baasa;
π Abdiin muka murame kana lalisiisu maali? Foolii bishaaniiti.
π€ Jireenyi kee goge, gaa'iilaaf hojiin kee goge maaliin lalisa? Humna hafuura qulqulluutiin.
π€ Haala rakkisa jiraatu iyyuu abdii hin kutanne. Atis abdii hin kutatin!
π€ Rakkinnii ati keessa jirtu hammamuu yoo cime, abdii hin kutatin.
π€Rakkinni waan sitti baay'ateef hin baddu; dhukkubni kee waan sitti cimeef hindutu.
π Iyyoob itti dabalee akkas jedhe, "17 Hafuurri koo haadha manaa kootti in xiraa'e, obbolaan koos ana irraa in baqatan. 18 Ijoolleen illee na tuffatu, yommuun ka'u isaan ana irratti in dubbatu. 19 Firoonni koo warri ani amanadhu hundinuu na ciigga'an, warri ani isaan jaalladhus ana irratti in ka'an; 20 gogaan koo foon kootti, lafee koottis in goge; foon ilkaan kootii duwwaatu iddoo jira. (Iyob 19:17-20)
π Rakkinni ga'e kan nuyi kutaa kana irraa dubbifnu baay'ee ulfaataa yoo ta'e illee abdii hin kutanne. Furiin akka isaaf dhufu abdata ture.
π Kana hundumaa keessatti abdii qaba ture.
π Iyob 33:4 Hafuurri Waaqayyoo na uumeera, hafuurri inni hundumaa danda'u anatti baafate sunis ana in jiraachisa.
π€Abdiin keenya yeroo hundumaa Hafuura Waaqayyooti.
πFar 104:29-30 Yeroo ati isaan irraa achi garagaltu, isaan na'anii abdii in kutatu; yeroo ati hafuura isaan baafatan keessaa fuutu, isaan in du'u, deebi'aniis biyyoo in ta'u.
30 Yeroo ati hafuura kee itti ergitu immoo, isaan in uumamu; ati immoo irra-lafaa in haaressita.
π€ Hafuurri Waaqayyoo kun waan hundumaa iddootti deebisuu danda'a
π Rom 8:11 Hafuurri Waaqayyoo inni Yesusin warra du'an keessaa kaase, isin keessa yoo jiraate, inni Kristosin warra du'an keessaa kaase, hafuura isaa isa isin keessa jiraatuun, dhagna keessan isa du'us immoo in jiraachisa.
π€Kanaaf nuyi amanuuf abdii qabaachuu qabna; akkuma Abrahaam waan hin jirre gara jiraachuuttii dhufuu akka danda'u amane.
π Rom 4:17 Abdiin kun fuula Waaqayyoo dura jira, "Saba baay'eedhaaf abbaa akka taatuuf ani si dhaabeera" kan jedhu caafameera. Abrahaam immoo Waaqayyo isa warra du'an jiraachisu, isa waan hin jirre akka jiraatu godhutti amaneera. 20 Inni amantiitti jabaatee Waaqayyoof hooqubaa dhi'eesse malee, amanuu dhabuudhaan abdii Waaqayyo kenneef hin dhabne.