ð Qoosaa Ajaa'ibaa ð âĒ Kottaa Kolfaa âĒ
ðą Barsiisaa tokkotu Asmii qaba. Yeroo daree ol seenu hunda "hattishoo" jedha.
Yeroo inni "hattishoo jedhu barattooni hundi itti kolfu. Yeroo kana barsiisaan mufatee akkas jedheen, "yeroo ani hattishoo" jedhu harka naaf rukutaa malee natti hin kolfinaa!" jedheen. ð Barattoonnis waan baay'ee sodaataniif tole jedhanii yeroo inni "hattishoo'' jedhu mara harka rukutuu baran. ð Guyyaa tokko akkuma mana fincaanii dhaqetti bilbilli mana fincaanii keessa jalaa buute.ð Yeroo kana barattoota isaa waamee, "isin miila koo anaaf qabaa ani mataa kiyyaan gad seeneen fudha" jedheen. ð Barattoonnis tole jedhanii qabanii dhaabachuu eegalan. Yeroo mataan gad seenu foolin mana fincaanii waan funyaan seenteef akkuma amala isaa, "hattishoo" yeroo jedhu barrattonni yoo maal godhan gaariidhaa? Miila isaa gad dhiisanii harka rukutuu hin jalqaban seetanii? ð
Kottaa Kolfaa ð