QOOSAA
👍 Abdii fi Tolaa
Abdii: Tolaa uffata kee maaltu gube?
Tolaa: Bishaantu Gube
Abdii: maal akkamitti bishaan uffata guba?
Tolaa: Maaltu Gubaree?
Abdii: Ibiddatu Guba Malee
Tolaa: Akka ibiddi uffata gubu erga beektee, maalif na gaafattaree.
kkkkkkk 😁
👉 Haalli biyyi keenya keessa jirtu akka abdii fi tolaa kanadha.
Kottaa kolfaa
Kottaa kolfaa 😂