Gurbaa tokkotu ture.
Barnoota mana maatii isaa irraa fagaachuun Mana kiraa fudhatee ta'uudhaa barata ture.
Innis galgala galgala waan dubbisuuf erga dubbiseen booda shaayii dhuguu waan jaallatuuf feermusii bitaate.
Guyyaa jalqaba bitates itti naqatee gaafa galgala dhuguuf jedhu feermusiin shayii jalaa diilallesse. Innis aare dhuguu dhiise.
Borisaa birriin reefuu galaaf waanta ta'eef deemee kophee bitate.
Guyyaa guutuu ittiin deemaa oole galgala gaafa galee ofirraa baasu qopheen garmalee bulluqe foolii laate.
Innis aaree maal utuu jedhee gaaridha
.
.
.
.
.
.
.
.
.
.
.
.
Ayi hojii chaayinaa kanaa isa feermusii keessa fuutee caamma keessa galchiteeyii
@asoosamaafiwalaloo 🔖