Репост из: Awash Insurance
አዋሽ ኢንሹራንስ የዓመቱ ምርጥ ተካፉል ኢንሹራንስ (ኢስላሚክ ኢንሹራንስ) አገልግሎት አቅራቢ በመሆን ተሸለመ! ኩባንያችን በሀገራችን ለመጀመርያ ጊዜ በተካሄደው የዓለም አቀፍ ከወለድ ነፃ የፋይናንስ ኮንፈረንስ እና የእውቅና መርሐ ግብር ላይ የዓመቱ ምርጥ ተካፉል አገልግሎት አቅራቢ በመሆን መሸለሙን ስንገልጽ በታላቅ ደስታ ነው፡፡ ይህ እውቅና ለታካፉል አገልግሎት መስፋፋት እና የማህበረሰባችንን የተካፉል አገልግሎት ፍላጎት ለማሟላት ያለንን ቁርጠኝነት የሚገልጽ ሲሆን እንደ ሁል ጊዜው በከፍተኛ የአገልግሎት ጥራትና ቅልጥፍና የደንበኞቻችንን ፍላጎት ለሟሟላት በተጠንቀቅ መቆማችንን እናረጋግጣለን፡፡ እንኳን ደስ አላችሁ እንኳን ደስ አለን!
*************************************
Konfaransii Faayinaansii dhala irraa bilisaafi Sagantaa beekkamtii sadarkaa idil addunyaa yeroo jalqabaatiif biyya keenyatti adeemsifamerratti, dhaabbanni keenya Inshuraansiin Awaash badhaafamuu isaatiin gammachuu guddaatu nutti dhagahama. Sagantaa kanarratti Tajaajjilli Inshuraansii Salaam Takaafuul dhaabbanni keenya kennu kan fedhii maamilootaa giddugaleeffate ta’uu isaatiif beekkamtii argateera. Beekkamtiin kun kutannoo dhaabbanni keenya tajaajila Inshuraansii fedhii hawaasaa giddugaleeffate babal’isuuf qabu kan ibsuudha! Baga Gammaddan! Baga Waliin Gammadne!