⩩ Kitaaba Xinsammuu Damma Daamuu (Atis Injifachuu ni Dandeessa) jedhu irraa kan fudhatame | @Barruu_Beektotaa
➿➿➿➿➿➿➿
▢ Qabsoo jireenyaa akka itti mo'u nama beekuuf jireenyi dhangaadha.
▢ Sirriitti akeekkadhu! Mul'ata qabaadhu!
▢ Gara itti deemtu hin beektu taanaan galma kee hin gahuun si rakkisa!
▢ Bakka mukti goolii jiru hin beektu taanaan, callistee kubbaa dhiituun kee gatii hin qabu!
▢ Milkaawwiif dharraa qabaadhu!
▢ Namni kufaatii faarsu kufaatii jalaa hin miliqu!
▢ Abdiin nama ishee abdatu cina jirti.
▢ Of onnachiiftu malee wanti laafaatti siif milkaa'u hin jiru.
▢ Namoota waan addaa hojjechuu barbaadaniif kophaadhaaf jireenyi lafarraa injifannoodhaan goolabama.
▢ Injifaachuuf utuu hin kutatin waraanatti seenuun balaa fida.
➿➿➿➿➿➿➿➿
Sangaan coomaa waan ta'eef isa qallicha hin mo'u. Humna isaan qabantu murteessa. Waan tokko xiqqoodhuma xuxxuqxee seenaa hojjechuu hin dandeessu.
☑ Kutannoo qabda taanaan bakka yaadde ooltee bultee ni geessa.
☑ Ofirratti amantii qabaadhu!
☑ Nama ofirratti amantii qabu, amantii inni ofirratti qabu isa tiksiti.
☑ Shakkiin tulluu kufaatii ijaara, ofirratti amanuun immoo tullicha jigsa.
☑ Yoo waraana keessa gootummaadhaan darbite, medaaliyaa argatta.
☑ Fiixee damee mukichaa bira gahuu hin sodaatin, ijjisaa kan jiru bakka sanadha.
☑ Wayita dukkanaa'u filannoolee lamatu jiru. Dukkanicha abaaruu yookiin dungoo/maktuuta ibsuu, seexaa qabaadhu!
☑ Kaka'umsa keetiin waa hojjechuu jechuun dukkana jabaa keessatti tirika ibsuu akka jechuuti. Halkanichi hamma fedhe dukkanaa'ullee ifi baatirichaa daandii kee sitti agarsiisa.
☑ Yoo waraana tokko mo'uu barbaadde, dursitee waa'ee waraanichaa beekuu qabda.
☑ Yeroon ati rasaasa itti dhukaastu, hanguma waan ati rukuttee mirga irratti argachuu barbaadde sanaa barbaachisaadha.
☑ Rakkinaaf furmaata kennuuf yeroo gaariin akkuma rakkichi mul'ateen tarkaanfii fudhachuudha.
☑ Namni kamiyyuu humna dinqisiisaa ta'e tokko qaba: humna waan barbaade filachuu!
☑ Wanti qophiin isaa gaarii ta'e, walakkaa olitti akka waan hojjatameetti fudhatamuu ni danda'a!
Join Us 👇
@Barruu_Beektotaa