🗣️ Dubbiilee Hayyootaa
1. Farda lagaan ga’uu ni dandeessa; garuu obaasuu hin dandeeessu Ingilizoota)
2. Saroonni lama; lafee tokko irratti, waliif galanii hinbeekani!
Faraansayota)
3. Kan arrabni yaabee dhalchu, kormi yaabee hin dhalchu! (Oromoota)
4. Miilli sochoonaan afaan agabuu hin bulu! Afrikaanota)
5. Bareedinni fuudhaa fi heerumaaf wabii hin ta’u! (Ariyaanota)
6. Iddoo yeroo dulloomtu teessu, iddoo yeroo dargaggummaa kee turte agarsiisa! Gaa’elikaanota)
7. Osuma barnoonni galaana ta’uuyyuu, garuu daakuu hin danda’an! (Gaa’elikaanota)
8. Eenyummaa akaakayyuu kootii hin beeku; ilm ilmasaa garuu maal ta’uuf akka jiru beekuuf nan dhama’a.
(Abraham Linkon)
9. Kan abbaan of hin gargaarre carraan isa hin gargaaru.
10. Kan dhaggeeffatu hubachuuf, jechoota muraasatu isa ga’a! (Afrikaa kibbaa)
11. Kan hiriyaa isaarra harka kaa’atee deemu fageenyi karaa itti hin beekamu (Nayijeeriyaanota)
12. Qalqalloon duwwaa jirtu dhaabbachuu hin dandeessu! (Taanzaniyaa)
13. Bareeda kan jennuun bareedinaan osoo hin taane, kan nu gammachiisaniini! (Xaaliyaanota)
14. Kan carraa qabu galaanatti osoo darbattanillee qurxummiitu afaanitti qabatee baha! (Araboota)
15. Karaa si baasu osoo hin beekiin, deemsa hin eegalin. (Ingilizoota)
16. Kan fedhu, kan raawwatu nama cimaadha; kan hawwu kan argachuu danda’u immoo, nama abshaala! (Ayerlaandota)
17. Dhugaan lubbuu magarsiti; sobni garuu ni tortorsiti. (Oromoota)
18. Akka ganamaa seetee, galgalas narra ejjadhukaa jette kosorruun (Oromoota)
19. Taa’umsi dhagaa fi jechi haadha ormaa suuta lafee nama lixa! (Oromoota)
20. Yaanni bilchaataan balbala cufamaa ni saaqa! (Africaanota)
❤️ ⤵️ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
@Barruu_Beektotaa 📔