✅Livarpuul Adidaas waliin waligaltee haaraa mallateessaniiru.
Livarpuul waligalteen Naayiki waliin qaban dhuma bara dorgommii kanaa iratti kan xummuramu yoo ta'u, Adidaas itti aansuun kan fudhatu ta'a. Haaluma kanaan waggaan Paawondii miliyoona 60 Livarpuulif kan kaffalu ta'a.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ