Darbiin Marsiisaayid Kaardii Diimaa Afurii fi dhimmoota mormisiisoo hedduun dabalame
Pirimeerliigii Ingilaandiin Taphni eegamaan darbii Marsiisaayid Eevartaniin Liivarpuul waliin Gudisan Paarkitti morkachiise, goolii 2 qixaan xumurame.
Beettoo fi Taarkawoskiin goolii Eevartan, Makaalastarii fi Mohammad Saalan goolii Liivarpuul taphattoota galchani.
Tapicharratti leenjisaan Liivarpuul Arnee Islootii fi gargaaran isaanii mormii murteessaa tapichaarratti mul’isaniin Kaardii Diimaan dirreedhaa bahaniiru.
Taphataan Liivarpuul Krtis Joonsii fi kan Eevartan Abdullaahii Dokorenis Kaardii Diimaa ilaalaniiru.
Deegartonni Liivarpuul dhaadannoo "Liigicha Gudisan Paarkitti injifanna” jedhu dhageessisaa turan, gara xumura taphichaarratti deeggartoota Evartan irraa deebii "Liigicha Gudisan Paarkitti dhabdu" jedhu argataniiru.
Dursaan taphattootaa Liivarpuul Varjil Vaandayik erga goolii qixxeessituu argatanii booda, taphataan Evartan Abdullaahii Dookoreen gammachuu isaa karaa deegartoota keenna arii keessa galchuun ibsataa ture jechuun qeeqeera.
Taphataan lammii Masrii Mohaammad Saalaah bara kana Piriimiyerliigii Ingiliiz goolii digdamii lammaffaa galche.
Mohaammad Saalaa bara kana Liivarpuuliif goolii digdamii 7 fi kubbaawwan kudha sagal mijeessee kennuu danda'eera.
Saalaah seenaa liigii keessatti bara dorgommii tokko keessatti tapha dirree alaatti tapha tokko irratti goolii dabalataa galchuun taphataa jalqabaa ta'eera.