✅ Hariiroo Jaalalaa Fayyaa Qabeessa Qabu
Hariiroo jaalalaa fayya qabeessa qabu jechuun nama akkuma inni jirutti fudhachuu fi jaallachuudha malee karaa ofii keenyaaf mijatu hundatti jijjiiruu yaaluu miti. Hariiroon jaalala dhugaa salphaatti kan uumamu osoo hin taane bakka hariiroon jaalalaa dhugaan uumamutti jaalalli sun salphaatti hin badu! Jaalala fageenya jechuun homaa jechuu miti, yoo namni sun siif hiika tokko qaba ta’e haalli kamuu si jijjiiruuf humna hin qabu. Nama sana yoo jaallatte, eeguuf fedhii yoo qabaatte, haala jiru hubachuu fi gara fuulduraatti waan ta’u fudhachuuf fedhii qabaatte jaalalli sun sirrii ta’u hariiroo sun hin murteessa. Jaalala dhugaa jechuun hoo’a, garaa laafummaa, amanamummaa, yeroo waliif kennuu, quuqama, fedhii walii hubachuu, miira walii kunuunsuu, waliif yaaduu fi miira haal-duree tokko malee yeroo gaariis ta’ee rakkinaa utuu hin filatin waliin keessummeessuudha.
✍️ Yeroo tokko tokko callisuun, hariiroo jaalalaa keessatti rakkoo jaalalaan moo’amuu hin dandeenye qaba. Gam-tokkoon namni tokko waan ifa hin gooneef, callisuun nama isa tokko ni miidha jechuudha. Callisuun namoota gidduutti waanuma fedhe ajjeesuu danda’a. Callisuun jibba akka uumtuu fi amantummaa akka hir'iftu taasisa. Callisuun qaamni lachuu waan hundumaa akka dogoggoraan hubatan gochuu dandaʼa. Callisuun jaalala fayyaa qabeessa sana ajjeesa!”
@Gaaela_Gaarii ✅
@Marriage_Counseling
✉️✍️ @Gaaelabot