Репост из: Gaa'ela 𓆩♡𓆪 Marriage
❤️ Yeroo keenyatti wanti baay'ee jaallannuu fi dhabuu kan hin barbaanne, yeroo hundumaa nurraa akka fagaatullee wanti nuti hin feene maalidha? Maaltu jira? Waan nuti haala kanaan jaalannuu fi mararsiifannu kana Waaqayyo barbaadeera ta'aa laata...? Yoo isa gammachiise qofa waan jaallanne nuuf kenna. Wanti barbaachisaan jireenya keenya keessatti qaalii ta'eef utuu hin taane waan gatii guddaa qabu Waaqayyoof bitamuudhaan argamuu danda'a. 🙏😭
@Gaaela_Gaarii
@Gaaela_Gaarii