Inni Caalu Eenyu?
(Mar 9:33-37; Luq 9:46-48)
18Yeroo sanatti bartoonni Yesusitti dhi'aatanii, “Mootummaa waaqaa keessatti hundumaa irra kan caalu eenyu?” jedhaniin. 2 Yommus inni mucaa tokko gara isaatti waamee isaan gidduu dhaabachiisee, 3 “Ani dhuguman isinitti hima, deebitanii akka mucoolii yoo ta'uu dhaabaattan, mootummaa waaqaatti matumaa hin galtan. 4 Eenyu illee akka mucaa kanaatti yoo gad of deebise, mootummaa waaqaatti hundumaa irra kan caalu isa. 5 Eenyu illees mucaa akkasii tokko maqaa kootiin kan simu ana sima” jedhe.
*1 Luq 22:24
*3 19:14; Mar 10:15; Luq 18:17
*5 10:40; Luq 10:16; Yoh 13:20
@Jaala_Dhugaa