🍑Abdii erga filattee booda wanti kamiyyuu ni danda'ama. Ilaalchi gaariin haalli kee sirratti aangoo qabaachuu dhiisee haala kee irratti aangoo siif kenna. Guyyaan hundi gaarii ta'uu dhiisuu danda'a garuu guyyaa hunda keessa waan gaariitu jira.Yeroo hunda fuula kee gara fulduratti gara galchii.⭐️
👍Guyyaa gaarii 💭
🎚️ @MIIRA_JECHOOTA ❤️
👍Guyyaa gaarii 💭
🎚️ @MIIRA_JECHOOTA ❤️