Jireenya keessatti galma mataa keetii yoo hin qabaanne, sana booda nama qabuuf hojjetta.👍
Xiyyeeffannoo dhuunfaa malee qaama hawwii nama biraa taata, hojiiwwan isaan tarkaanfachiisan xumurta malee si miti.
Kaayyoo kee argachuu jechuun hiree keetif itti gaafatamummaa fudhachuu fi carraaqqii kee bakka hiika guddaa fi quufa guddaa fidutti qajeelchuu jechuudha.
✅Abjuu kee irratti hojjedhu akka kan nama biraa hojjechuun si hin barbaachifneef.💎
⚡️ @MIIRA_JECHOOTA 💎