#Dhaga'eera👂👂
Akkati of sobde
Arraba of sakaalte
Ana orma caalaa
Ofii kee akka haalte....
Akk at waan hudumaa
Bishaan itti naqxe
Akk at damma dhiistee
Bakka balfaa dhaqxe..
Akka ati Habaaboo
Keenya coologsite
Akka ati soba himtee
Dhugaammmoo dhoksite
Akka ati digdeettu
Waadaa bara dheeraa
Hin dhageenyen se'iin
Anoo dhaga'eera!!!!!
Akkati of sobde
Arraba of sakaalte
Ana orma caalaa
Ofii kee akka haalte....
Akk at waan hudumaa
Bishaan itti naqxe
Akk at damma dhiistee
Bakka balfaa dhaqxe..
Akka ati Habaaboo
Keenya coologsite
Akka ati soba himtee
Dhugaammmoo dhoksite
Akka ati digdeettu
Waadaa bara dheeraa
Hin dhageenyen se'iin
Anoo dhaga'eera!!!!!