Baga Ayyaana Dhalachuu nagaan geessani!🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉💥
Warri maatii bira jirtan fataa jedhaaga.
Qircaas Zambiilii qabadhaa deemaati maatii keessaniif fuudhaa isaaniin hin dhamaasiinaa!💥🎉
Inni biraan immoo Ijoolleen durbootaas waan Akka farsoo Fi juusii ka'aati warra ollaaf buusaa adaraa!
Lama itti buustanii teessanii oduu keessan hin qaamiinaa!😁
Warri Akka ko mana Hidhaa guddicha jirtan immoo nutuu Wal beekna waan taheef biran darba. Garuu adaraa poolisii gibbii hin rakkisiinaa dafaati yeroon mooraatti galaa😁. Qarshii maatiin siniif erganis guyyaa tokkotti daaraa botoroo hin godhiinaa 'naaf haa bulu'jechuu baraa!
Isa lama -lama taatanii mana caffaraa seentan sanas maatiin isin hin dhaga'iinkaa! Silaa nuunoo garaa bartaniittu😁
Booru Dogoggoruu Waanan danda'uufan dursee isiniif barreesse. Tahus booru waanan post godhu yoo jiraateef to'annoko malee tahuu waan danda'uuf itti hin qabamiinaa!🎉🎉
Ayyaanni Ayyaana Milkii Fi jaalalaa isiniif haa tahu!
✅Michuu keessan irraati