Beenzilli liitirri tokko birrii 101.47, Naafxaan liitirri tokko birrii 98.98 gale.
Gatiin gurgurtaa oomishaalee boba’aa dabaleera.
Gatii gurgurtaa qinxaaboo boba’aarratti sirreeffamni gatii taasifamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ibse.
Ministeerichi Har’a Mudde 29, 2017 Sa’aatii 12:00 irraa eegalee Magaalaa Fnfinneetti kan hojiirra oolu gatii gurgurtaa qinxaaboo ifoomseera.
Haaluma kanaan liitiratti
👉 Beenzilli Birrii 101.47, Naafxaan Birrii 98.98,
👉 Keeroosiiniin Birrii 98.98,
👉 Boba’aan Xiyyaaraa Birrii 109.56,
👉 Naaftaa Gurraacha cimaan Birrii 105.97 akkasumas,
👉 Naafxaa Gurraacha salphaan Birrii 108.30’n akka gurguramu murtaa’uu ministeerichi beeksiseera.
https://t.me/Oromiastudent_s