#Yuunivarsiitii Boongaa
Barattoonni Sagantaa Sirreeffamaan Yunivarsiitii Boongaatti bara 2017 ramadaman guyyaan gabaasaa bara gurraandhala 1 fi 2/2017 akka ta’e yunivarsiitichi beeksiseera.
Wantoota yeroo yunivarsiitii deemtan of biratti fudhachuu qabdan:
➭ Orijinaalaa fi koppii kaardii kutaa 8ffaa,
➭ Orijinaalaa fi koppii tiraanskriiptii kutaa 9ffaa-12ffaa,
➭ Orijinaalaa fi koppii ragaa xumura kutaa 12ffaa,
➭ Suuraa safara paaspoortii jaha,
➭ Uffata qorraa, Huccuu boraatii dhuunfaa, Ansoolaa fi uffata ispoortii.
https://t.me/Oromiastudent_s