#Oduu_Gaddaa
Lubbuun nama 26 darbeera!
Godina Wallagga Bahaa Aanaa gudayyaa Biilaa ganda ifaa Biyyaatti balaa konkolaataa muudateen lubbuun namoota 26 battalumatti darbuu ibsameera.
Konkolaataan lakkoofsi Gabatee isaa 3-A12661ET ta'e guyyaa har'aa Shaambuu irraa gara Finfinneetti Ummataa fe'ee Osoo deemaa jiruu garagaluun balaa gaheen namonni 26 yoo du’an namoota 42 irra miidhaan gahuu poolosiin ibseera.
Lubbuun namoota 26 balattalumatti yoo darbu, Lakkoofsi namoota lubbuun darbanii dabaluu akka danda’u eeraniiru.
Ka’umsi balichaa qoratamaa jirachuu ibsaniiru.
Maatii fi firoota namoota du'aniif jajjabinna hawwina!
https://t.me/Oromiastudent_s