Sadarkaa Keellaa Fayyaatti dhukkubsataa "malaria" qabu/shakkame akkamitti yaalla???
==============
2. Haalli ati hubatte busaa shakkisiisa taanaan..itti aansii
#severe_malaria qabaa laata? isa jedhu adda baafadhu.
#Mallattoo dhukkuba cimaa (severe malaria): Hafuura kutuu, o
✍jalqaba dhiheenya kana (to
4. Qoricha malaria dhiheenya kana Hin fudhanne tanan garuu:
🗣 RDT #Negative yoota'e B/fayyaaatti #Refer!!.
🗣RDT #Positive yoota'e sad. K/fayyaatti #yaal
aa.
.
🌉🌄🎇
✍ Prepared by: Sufian.M [B.pharm]
✍ Reviewed by: Wario.S [HO]
==============
PREVENTION > CONTROL > CURE/TREATMENT
1. Mallattoo Dhukkuba busaa ta'uu mala jedhii qabadhu: yoom fa'a??👇(click here)
🌡Namni tokko hoo'a qaamaa, bowwoo,dugda kutaa yoo qabaate ykn
🗣Sa'ati 48 dabre keessatti hoo'a qabaachuusaa yoo sittime.
🎠Dhiheenyatti gara iddo busaa qabuutti imala godhee ture yoo ta'e ykn
🛐iddon jireenya isaa iddoo busaa qabu yoo ta'e ykn maatii isaa keessaa namni busaan qabame yoo jiraate
2. Haalli ati hubatte busaa shakkisiisa taanaan..itti aansii
#severe_malaria qabaa laata? isa jedhu adda baafadhu.
#Mallattoo dhukkuba cimaa (severe malaria): Hafuura kutuu, o
fwallaaluu, gaggabdoo, funuuna, deegarsa namaa malee ofiisatiin ta'uu, ka'uu dadhabuu.complicated_malaria qofa qaba) taanaan: 👇
👉 Mallattoo dhukubaa cimaa qaba yoo ta'e battalumatti #refer godhaa.
3.Mallattoo dhukkuba busaa cimaa hinqabu (i.e. mallat. #un
✍jalqaba dhiheenya kana (to
rban 4n dabran keessa) qoricha malaria fudhachuu isaa adda baafadhaa!!an ta'ef
👉 fudhateera yoo ta'e #refer godhaa ... sababni isaa reinfection ykn "treatment failure" ta'uu isaa sad. B/Fayyaa tti ilaalamuu qaba w
4. Qoricha malaria dhiheenya kana Hin fudhanne tanan garuu:
RDT hojjedhaafii (multispecies RDT) ✏️bu'aa RDT irratti hunda'unis tarkaanfii itti aanutti👇ce'aa...
🗣 RDT #Negative yoota'e B/fayyaaatti #Refer!!.
🗣RDT #Positive yoota'e sad. K/fayyaatti #yaal
aa.
5. Yaalii busaa sad K/Fayyaa ballinaan dubbisuuf xiyya"v" tuqaa) [click here] 👇 👉 👉👉
💊P.Falcifarum - #coartem [Al] + #PQ dosi 1.
💊Mixed infection -#coartem [Al]+ #PQ #guyyaa_14f.
💊 P. vivax - Chloroquine(ykn # coartem) + #PQ guyyaa_14f ykn
🚦 P.Vivax yeroo yaaltan:
👉 Shirooppii ykn taableetti Chloroquine hinqabdan taanaan Coartem bakkasaa buusaa fayyadamaa
****
4.🙅🙅Hubachiisaa Qorichi #primaquine [PQ] namoota armaan gadiitiif hin-kennamu
🚦Dubartii ulfaatiif
🚦Haadholii da'ima ji'a 6 gadi hosisaniif
🚦daa'ima umrin ji'a-6 gadii
🚦Namoota hanqina dhiigaa qabaniif(moderate to severe anemia)
*
⚠️YAADADHAA:
Yaalii da'imman mallattoo dhukkuba busaa qaban hundaaf
⚪️ ka'umsi isaa busaadhaan alas ta'uu danda'a jedhaa shakkaa!!.
⚪️Guideline #ICCM keessan fayyadamuu hin irraanfatinaa.
⚪️#Danger_sign assess godha
⚪️ Ijoollee #waggaa_6_gaditiif severe malaria qabu taanaan artesunate suppository dosi 1kennaa refer godh
aa.
.
🌉🌄🎇
✍ Prepared by: Sufian.M [B.pharm]
✍ Reviewed by: Wario.S [HO]