Tajaajilli Mana qorichaa Hawaasaa Furtuu sirna dhiheessi qorichaati maaliif jenna?
🌅🎆
kutaa 1ffaa
Bara 2016 hanga kur 1ffaa 2017 tti.
✍ By Sufian M (Pharmacist)
📅03, Nov, 2024
🌅🎆
kutaa 1ffaa
Bara 2016 hanga kur 1ffaa 2017 tti.
Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti Gumaaachi MQH yeroo waggaa lama fi sadi hin caalle keessatti jijjirama daran Ol aanaa fiduu isaati dha....ballina isaas bifa armaan gadiitiin isiniif dhiheessine 👇
Dhiheessii qorichaa dabaluurraa kaasee hanga qabeenya #Biliyoona-Walakkaa (ykn Miliyoona 500) horachuutti ga'eera)
1.Qaqqabamummaa Tajaajilaa fi Dhiheessii qorichaa dabaluu (ensuring Accessability & Availability)
Yeroo ammaa MQH 500 ta'an tajaajila kennnaaru (sad nannootti)
Bara 2016 keessa Namoonni Miliyoona 4.3 ta'an Tajaajila MQH irraa argachuu danda'aniiru.
👉Kana keessaa tajaajilamtoonni Miliyoona 2.6 ta'an miseensota IFH ti (kunis tajaajala kenname keessaa 60% kan ta'u miseensota IFH ti
Qorichi Miliyoona 400 ta'u maamilaaf dhihaateera.
kana jechuun al tokkotti maamilli tokko tajaajila qarshii 100.09 ta'u MQH irraa ni argata jechuu dha.
🚦kunis tajaajilli MQH tiin kennamu gatii madarlawaa akka qabu muiiliasa (Affordable)
2. Kaappitaalli MQH sochoosan investimantii guddaa ta'eera.
Yeroo ammaa MQH qabeenya #Biliyoona_Walakkaa ta'u horachuu danda'aniiru
MQH 500 ta'aniif Hanga harraatti qarshiin ka'umsaa (seed Money) qarshii Miliyoona-170 ta'u BFO tiin arjoomameera
Qarshii BFO arjoome (170M) kana gaggaragalchanii qoricha bituunii fi Tajaajila kennuun:
🌅MQH oromiyaa keessatti argaman kaappitaala kaumsaa kana ( 170M) olguddisuun walqabatee (Return on investment ) qabeenya isaanii giddugaleessaan dhibbeentaa 43 n (43%) ol guddisuu danda'aniiru.
⚪️ kana jechuun Investimantiin MQH hojii jrlqabsiisuu irratti dhangala'e (170M), yeroo ammaa qabeenya dabalataa qarshii 300M ta'u horachuu danda'aneera..
👉Kanarraa ka'uun yeroo ammaa qabeenyi MQH oromiyaa keessatti argaman harka jiru gara #Biiliyoona_Walakkaa ga'uu danda'eera
= 170M + 300M= 470Million
3. Bu'aa MQH argatan
Hanga kur 1ffaa 2017 tti MQH tajaajila MQH tin kenname irraa bu'aa (#grossprofit) qarshiiMiliyoona_133 horatameera...
kunis qarshii kaappitaala ka'usaa BFOn arjoomee fi investimentii kanarraa qabeenya horatameef (ROI) yeroo hiramu, Bu'aan MQH tiin horatame gara 28.2% ta'a jechuu dha
✍ By Sufian M (Pharmacist)
📅03, Nov, 2024