🦟🦟 DHIBEE BUSAA ITTISUU FI TATAMSA'IINSA ISAA TOO'ACHUUF🛌🛌
🌅👩💻 🪢🚚🚑🚛
.
🚦Hubannoo/Barumsa🦟 Dh. Busaatiin walqabate Hawaasaaf Kennuu Irratti Hojjechuun murteessaa. sagantaan hubannoo kennuu qindoomina WFA,BFQ fi Hosipitaala Cooraatiin harra kenname kan jajjabeeffamuu dha.
🚦Dabalataanis Keellaa Fayyaa irraa kaasee hanga sadarkaa Hospitaalaatti dheessii meeshaalee qorannoo laboraatorii_#lab tests (fknf RDT keellaa fayyaa irratti) fi dhiheessii Qorichoota Dh. Busaa mirkaneessuun Murteessaadha.
Hunda caalaa : Hojjettoonni #Ekisteenshinii fayyaas ta'e #ogeessooni fayyaa dhimmi kuni isin ilaallatu, akkasumas #gaggeessitoonni dhaabbilee fayyaa dhimma kanaaf xiyyeeffannoo kennaa...👇
🚦🚦 Sirna Gabaasa #RRF, #IFRR, & #HPMRR hojii irra oolchuun hanqinni dhiheessii akka hin mudanne gochuu keessatti iddoo guddaa akka qaba.
Dhiheesii fedhii keenyaan wal_simu argachuufis gabaasa qulqullina qabu gabaasuu barbaada.
🏗 ka'umsi rakkoo dhiheessii inni tokko qolqullina gbaasaatiin walqabata...waan hojjanne lakkoofnee gabaasuu dhabuu irraa kan ka'e dhiheessii fi fedhiin keenya wal simuu dhabuu danda'a.
⚖(supply< demand)
Kanaaf dhaabbileen fayyaas gabaasa yaalii dhibee busaa (#case_report) & gabaasa itti fayyadama qoricha busaa (#consumption_report) yeroodhaan gabaasuu fi gabaasa gabaasuu isaaniitiin durattis koreedhaan taa'anii #verify godhuun barbaachisaa dha.
🌅👩💻 🪢🚚🚑🚛
.