Oduu Gammachiisaa!!!
Guyyaa harraa jechuun gaafa 05/04/2017 Barbaacha garee dhugaba'umsaatin ykn namoota 26n lubbuu badani jiranif taasifameen namoonni 129 wangeela dhugaa dhaga'uun namootni 24 waadaa kan galan yoo ta'u lubbuun 10 ammoo fayyisaa lubbuu ishee argatteetti.
Hojii kana irratti karaa hundumaan kan hirmaattan gammachuu jireenya barabaraa keessaa barabaraan hirmaadha. Ayyaanni waaqayyoo isiniif haa baayyatu .
Dhugichaaf dhugaa ba'uun itti fufa.
t.me//Youth4Christ1