ወደ ሚሊዬነርነት ለመሸጋገር የሚደረገው የታታሪዎቹ ፍልሚያ እንዳያመልጥዎ!
============
በጉጉት የሚጠበቀው የ2ኛው ዙር የታታሪዎቹ/ቀጠሌወን የሥራ ፈጠራ ውድድር የክፍል አራት መሰናዶ ነገ እሁድ ህዳር 15 ቀን 2017 ዓ.ም ከቀኑ 8፡30 ጀምሮ በፋና ቴሌቪዥን እንዲሁም ከምሽቱ 12 ሰዓት ጀምሮ በ OBN ቴሌቪዥን መሰራጨት ይጀምራል። እንዳያመልጥዎ!
አስካሁን ከተላለፉት መሰናዶዎች ያመለጠዎት ካለ የYouTube ቻናላችን https://www.youtube.com/awashbankAb በመቀላቀል ይከታተሉ።
Dorgomtoonni yaada kalaqaa isaanii kan itti dhiyeessaniifi falmii cimaan kan itti gaggeeffamu sagantaan dorgommii Qaxaleewwanii marsaa lammaffaa kutaa 4ffaa Dilbata Sadaasa 15 bara 2017 sa’aa 8:30 irratti Televizhinii Faanaa irratti, akkasumas galgala sa’aa 12:00 irratti Televizhinii OBN irratti tamsa'uu eegala. Akka isin hin dabarre!
Qophiilee hanga ammaatti darban keessaakan isin jala darbe yoo jiraate Chaanaalii 'YouTube' keenya https://www.youtube.com/awashbankAb hordofuun daawwadhaa.
#AwashBank #NurturingLikeTheRiver #HonoringSuccessLookingBeyondTheHorizon #AwashBank30thAnniversary #Tatariwochu #Qaxaleewwan #ታታሪዎቹ