Isin Yaadachiisuuf
=========
Sagantaa Qaxaleewwanii Televizhinii OBN irratti guyyaa har'aa galgala sa’aa 12 irraa eegalee tamsa’u yeroo daawwattan yaadota kalaqaa dhihaatan armaan gadii irraa hedduu barattu. Akka isin hindabarre!
1. Bilookkeettii ijaarsaa pilaastika gatame irraa hojjatamu
2. Qalama kophee waantota gataman irraa hojjatamu
3. Diroonii tajaajila qonaa, fayyaafi kkf oolu
4. Maashina nyaata lukkuu oomishu
Qophiilee hanga ammaatti darban keessaakan isin jala darbe yoo jiraate Chaanaalii 'YouTube' keenya https://www.youtube.com/awashbankAb hordofuun daawwadhaa.
#AwashBank #NurturingLikeTheRiver #HonoringSuccessLookingBeyondTheHorizon #AwashBank30thAnniversary #Tatariwochu #Qaxaleewwan #ታታሪዎቹ