Imala Hajjiif Karoorfattanii?
************
Baankiin Daldalaa Itoophiyaa, Mana Maree Ol’aanaa Dhimmoota Islaamaa Itoophiyaa waliin ta’uun, Hajjii bara 1446 ; Amajjii 15, 2017 irraa eegalee imaltootaaf tajaajila baankii saffisaan kennuu eegaleera.
Yoo Hajjii deemuuf karoorfattan koodii kaffaltii dijiitii saddeet /payment Code/ kan mana mareetti Hajjiif galmooftan qabattanii, gara baankii keenya dhuftan, foddaa tajaajila kanaaf qophaa’e irratti tajaajila saffisaa fi mijataa argattu.
Dameelee Baankii Daldalaa Itoophiyaa hundatti tajaajila ariifataa fi kabajaan imala keessan itti gammaddan isinii mijeessineerra.
Baankii Daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!