Oduu Aagaa Jiraattota Magaalaa Moojootiif!
Baankiin Hojii Gamtaa oromiyaa fi Bulchiinsi Magaalaa Moojoo, haala jiraattotni magaalattii kaffaltii tajaajila bishaanii salphaatti karaa Kooppeey I-birri raawwachuu danda’anirratti, guyyaa har’aa waliigaltee mallatteessaniiru. Tajaajilichi, bulchiinsa magaalotaa biyya keenya keessatti argaman hedduu keessattis hojiirra oolee waan jiruuf, bakkuma jirtan taatanii, kaffaltii bishaanii keessan raawwachuu kan dandeessan ta’uu gammachuudhaan beeksifna.
መልካም ዜና ለሞጆ ነዋሪዎች!
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ እና የሞጆ ከተማ አስተዳደር፣ የከተማዋ ነዋሪዎች በኮፔይ ኢ-ብር በኩል የውሃ አገልግሎት ክፍያቸውን በቀላሉ መፈጸም የሚችሉበትን ስምምነት በዛሬው ዕለት ተፈራርመዋል። አገልግሎቱ በመላው አገራችን ባሉ በርካታ የከተማ አስተዳደሮችም በመሰጠት ላይ ስለሆነ፣ ካላችሁበት ሆናችሁ የውሃ አገልግሎት ክፍያችሁን በቀላሉ መፈጸም የምትችሉ መሆኑን በደስታ እንገልጻለን።
#Coopbank #CooppayEbirr #MojoTown #Digital_Ethiopia #EmpoweringCommunities