Dogoggorsitootarraa of Eegaa!
Dogoggorsitootni tokko tokko Maqaa fi Asxaa baankii keenyaa fayyadamuun tooftaalee burjaajii uumanii fi dogoggorsiisoo adda addaa raawwachuu irratti akka argaman irra deddeebiin kabajamtoota maamiltoota keenya beeksisuurratti argamna. Ammas, lakkoofsa iccitii ykn jecha darbii fi odeeffannoo keessan kanaan wal fakkaatan kamuu namaaf hin kenninaa! Ergaawwan barreeffamaa lakkoofsa iccitii keessan gaafataniif deebii kennuu irraas of qusachuun dogoggorsitoota irraa of eegaa.
Hubadhaa! Baankiin keenya karaa barreeffamaa ykn ergaa miidiyaa hawaasaatiin ykn bilbilaan lakkoofsa icciitii ykn jecha darbii keessan GONKUMAA hin gaafatu. Ergaan shakkisiisaa ta’e yoo isiniif isin qaqqabe, saffisaan karaa lakkoofsa bilbila bilisaa 609 bilbiluun ykn damee isinitti dhiyaatutti akka beeksiftan kabajaan isin hubachiisna.
ከአጭበርባሪዎች ተጠንቀቁ!
አንዳንድ አጭበርባሪዎች የባንካችን ስምና አርማ በመጠቀም፣ የተለያዩ አሳሳች እና ሀሰተኛ ተግባራትን እየፈጸሙ መሆናቸውን በተደጋጋሚ ለውድ ደንበኞቻችን በማሳወቅ ላይ እንገኛለን። ውድ ደንበኞቻችን፣ የምስጢር ቁጥራችሁን እና ማንኛውንም ዓይነት የግል የይለፍ ቃል ወይም መሰል መረጃዎችን ለማንም አትስጡ። የይለፍ ቃል እንዲያስገቡ ለሚጠይቁ የጹሁፍ መልዕከቶች ወይም ለመሰል የስልክ ጥሪዎች ምላሽ ከመስጠት በመቆጠብ እራስችሁን ከአጭበርባሪዎች ጠብቁ፡፡
ማሳሰቢያ፡ ባንካችን በጽሁፍ መልዕክቶች ወይም በማህበራዊ ሚዲያ ገጾች ምንም ዓይነት የምስጢር ቁጥር ወይም የይለፍ ቃል በጭራሽ አይጠይቅም። አጠራጣሪ መልዕክት ወይም የስልክ ጥሪ ከደረሰዎ ፈጥነው በ 609 ነፃ ስልክ መስመራችን ያሳውቁን።
#Coopbank #CustomerSafety #StayAlert #AvoidScams