Waqtii keessa jirtu ilaaliitii hojjedhu!
Barri hundi kaayyoo tokkoof kan qophaa'edha. Tarkaanfii xixiqqoo hin tuffatiin. Guddina hordofuuf cimanii hojjechuu, tarkaanfii xixiqqoo garuu murteessoo ta'an irraa akka ka'u hubadhu.
Egaa qabxiileen hubatamuu qaban kunootti.
✔️ Abbaan qabeenyaa ykn namni mana qabu isa dura yeroon kireeffataa ture ni jira.
✔️ Konkolaataa bitachuu dura otobusii yaabbachuun ni jira.
✔️ Balali'uu dura otobusii yaabbachuun ni jira.
✔️ Osoo ofii mana hin dhaabiin dura maatii irraa dhalatan waliin jiraachuun ni jira.
✔️ Maallaqa qusachuun dura maallaqa maddisiisuun ni jira.
Yeroo hundumaa waqtiin sababa mataa isaa ni qaba. Maalif akka bara sana keessa jirru hubachuu qabna. Yommuus galma dhugaa keenya irratti xiyyeeffanna. Hubannoo akkasii dhabuun namoonni waan socho'u kamiyyuu ari'anii sababa tokko malee ykn bu'aa tokko malee akka darban taasise. Waqtiin tokko tokko facaasuuf yoo ta'u, waqtiin tokko tokko immoo sassaabuuf akka ta'e beekuu qabna. Waqtii keenya yoo hin beekne ganama irbaata nyaanna, galgala immoo ciree nyaachuuf dhamaana.
Yeroo qabeenyi keenya tikkeettii otobusii qofaaf gahaa ta'etti tikkeettii xiyyaaraa bituun ganaa akka jiru hubachuu qabna. Dalagaa(action ) irra jiraachuuf dhiisuu keenya of ilaaluu qabna. Waqtii itti hojjennee, waqtii itti boqonnu adda baasnee beekuu danda'uu qabna.