#Odeeffannoof_akka_Of-eeggannootti ⚠️
Itiyoophiyaa keessatti Labsiin #Qalqalloo_Peestaalaa fayyadamuun, oomishuuniifi biyya alaatii bitanii galchuun #Maallaqaafi hidhaa cimaadhaan nama adabsiisu, #Mana_Maree_Bakka_Bu'oota_Ummataa Itiyoophiyaaf dhiyaate jedhame.
#Labsichi namni qalqalloo peestaalaatti fayydame yookaan itti fayyadamuuf harkatti baatee argame birrii 5000 hanga birrii 10,000 adabama jedhas jedhame.
#Qalqalloo peestaalaa oomishuun, fayyadamuun, alaa bitanii biyya keessa galchuun birrii 50,000 hanga birrii 100,000 nama adabsiisa, akkasumas hidhaa hanga waggoota 5 hin caallee nama hiisisas jedha.
#The Ethiopian Economist View irraan arge!