Seenaa gabaaduu kana hamma dhumaatti dubbisi ergaa guddoo qabdi.Daraartuu jedhamti shamarree baay'ee bareedduudha.kana qofaas miti naannoo isheetti dudhaafi aadaa hawwaasaa kabajuun beekamti.Kanaaf hawwaasi naannoo ishee bayyee ishee jaallatu .Dargaggoonni hedduun ishee jaallachuuf wal dorgomu ,bayyee dhama'u.Isheen garuu yeroo namni waan akkasii itti kaasu faara tolaadhaan nama hin ilaaltu kanaaf itti dhiyaachuuf dargaggoonni hedduun ni dhiphatu.Amantiin ishee Kiristiyaanaa yeroo mara waldaa yogguu deemtu macaafa ishee qomatti qabattee deemti.Tajaajiltuudha ni faarfatti.
Dargaggoota jaalala isheetiif maraachuuf ka’an keessaa tokko Abdallaa Ibiraahim.Bayyee jaallateera .Tasa ishee dhabuu hin barbaadu.Kanaaf yeroo mara naannoo isheen deemtutti ishee hordofuun beekama.Amantiin isaa kan biraa waan ta'eef isheen immoo tasumayyuu itti dhiyaachuu hin barbaaddu.
Daroon burtukaana baayyee jaallatti.Kanaaf yeroo hunda gabaa deemtus hermeen ishee deemanis burtukaana akka isaan dhiisanii galaniif hin eyyamtuuf.Burtukaana baayyee jaallatti.Nyaata biroo irra iyyuu utuu burtukaana qofa nyaattee itti tola.
Abdallaan yeroo baayyee ishee haasofsiisuu yaalus ishee keessumsiisuu hin dandeenye .Tooftaa biraa ittiin ishee argatu barbaaduu eegale.Yaada tokkootu dhufeef Innis waan isheen baay'ee jaallatu qorachu .Namoota ollaa ishee deemuun waan isheen baay’ee jaallatu gaafachuu eegale.wanti isheen baayyee jaallatu burtukaana taa'uu yemmuu baree burtukaana lama bitatee yemmuu isheen waldaa deemtu eeguu jalqabeera.Dhufaa jirti .asii achi yemmuu argu burtukaana isaa harkatti qabatee ol dadarbachaa itti dhufe.isheenis yemmuu harkatti burtukaana argite maaloo burtukaanicha naa kenni jetteen .Innis yaadakoo yoo dhaggeeffatte siin kennaa jedheen.isheenis isaan eessa fuutee jetteen .inni mana keenya bukkee jira ,anaaf ati walii galuu duwwaa malee keeshaadhaan ciree si fidaa jedheenii yaada isaa itti himatee biraa deeme .Guyyaa kanbiroos burkaana bitatee dhufee waliin haasa'uu itti fufe .walitti dhufeenyi isaanis cimaa dhufe.Akka fuudhuu barbaadu yoo itti himu akkanni Yesuusitti amanuu qabu itti himte isheen .Tole jedhee waldaa deeme yeroo muraasa booda Guyyaa cidhaa isaanii walii galan.
Guyyaan cidha Isaanis ga’eera .Cidha baay’ee ho'aa geggeeffatanii yoo mana ga’aan wangeelli afaan balabalaa jira .Akka isheen irra ejjettee ol galtuuf dirqisiisan. isheenis utuu hin jaallatin waan isaan isheef qopheessan mara fudhatte . guyyuma kana miilli ishee naafate .Waliin jireenya jalqabaniis ji’oota muraasa booda lubbuun dabarte.
Agartee jalqaba Seexanni waan ati jaallatu siif dhiyeessa adda baastee eenyuu biraa akka ta'ee hin hubattu taanaan kiyyoo inni siif qopheesse keessa galuu keeti.Kanaafiyyuu waan nuuf dhiyaatu marayyuu Waaqayyoo biraatimoo miti jennee adda baafachuu qabna.Yeroon seenaa kana dhaga'ee baay'ee gadde namni baay’een waan xinnoon akka gowwomun hubadhe.Obboleessa koo ykn Obboleettii koo baay’ee of eeggachuu,hubannaa fi ogummaan deddeebi'uutu nurra jiraata
(Yih 1 )
20 Isin garuu michoota ko, amantii keessan isa hundumaa caalaa qulqulluu irratti dhaabamaatii cimaa! Hafuura qulqulluudhaan geggeeffamaatii kadhadhaa! 21 Jaalala Waaqayyoo keessatti of egaa; araara ittiin gooftaan keenya Yesus Kristos jireenya bara baraatti isin geessu eeggadhaa.