YESUS ATTAMITTI DEEBI’EE DHUFA?
1.Humnaa fi ulfina guddaadhaan .(Mat.24:30),
“…yemmuus milikkinni ilma namaa waaqa keessatti in mul’ata;yeroo sanatti sabni biyya lafaa hundinuu boo’uuf jiru; ilmi namaa immoo duumessoota waaqaa irra humnaa fi ulfina guddaadhaan dhufuu isaa arguuf jiru”(Mat.24:30)
2.Angafa ergamootaa fi sagalee malakataatiin .(1Tas.4:16)
“…sagaleen guddisee nama abboomu,sagaleen angafa ergamootaa in dhaga’ama.malakanni Waaqayyoos in afuufama.kana hundumaa wajjjin gooftaan waaqa irraa gad in bu’a …”(1Tas.4:16)
3.ulfina abbaa isaatiin ..(Mat.16:27)
“…Ilmi namaa ulfina abbaa isaatiin ergamoota isa wajjin dhufuuf jira…”(Mat.16:27(a))
4.ulfina ofii isaatiin …(Mat.25:31)
“…yesus immoo “ilmi namaa ulfina isaatiin ergamootni Waaqayyoos hundinuu isaa wajjin in dhufu;yemmuus inni teessoo ulfina isaatii irra in ta’a”(Mat.25:31)
5.Ibidda boba’aa wajjin. (2Tas.1:8)
“….gooftichi abidda boba’aa wajjin in mul’ata;gaafas warra Waaqayyoon beekuu hin barbaadin,warra wangeela Gooftaa keenya Yesusiif hin abboomaminis in adaba”(2Tas.1:8)
6.Qulqullootaa wajjin.(1Tas.3:13)
“..guyyaa Gooftaan keenya Yesus qulqulloota isaa wajin deebi’ee dhufutti,garaan keessan cimsee warra hin komatamne godhee qulqullummaadhaan fuula Waaqayyoo abbaa keenyaa dura isin haa dhaabu!”(1Tas.3:13)
7.Ergamootaa wajjin. (Mat.16:27)
“…Ilmi namaa ulfina abbaa isaatiin ergamoota isaa wajjin dhufuuf jira…”(Mat.16:27(a))
8.Duumessaan (Mat.24:30)

9.Qaamaan..(mat.24:30)
“…yemmuus milikkinni ilma namaa waaqa keessatti in mul’ata; yeroo sanatti sabni biyya lafaa hundinuu boo’uuf jiru; ilmi namaa immoo duumessoota waaqa irraatiin humnaa fi ulfina guddaadhaan dhufuu isaa arguuf jiru”(Mat.24:30)
10.Akka Tasaa…(Mat.24:44)
“….kanaaf isinis immoo qophaa’oo ta’aa!ilmi namaa yeroo isin quba hin qabaatinitti in dhufa(Mat.24:44)
ERGAA KOO:
Barsiisotni sobaa hedduun Yesuus utuu hin beekamin dhufeera jedhanii nama gowwoomsu. Kaan immoo lakkoofsa bara tilmaamanii ittiin nama wallaalchisu.Yesuus egaa iji hundumtuu utuu arguu dhufa!
Guyyaan Gooftichaa jala ga'eera,Dammaqnee dhufa isaa haa eeggannu.