#lubbuun_ko_waaee_fayyina_ishe_hin_callistu__
hamma lubbuun na keessaa jirtuuti.....
Yesuus kiristoos ni dhufa👋👋👋Ergamootan marfame ni dhufa.“Barri kun itti raawwatamu waan dhi'aateef, namni isa inni dhugaa ba'e kana dhageessisee dubbisu, warri dubbii raajii dubbatame kana dhaga'anii, wanta isa keessatti caafames eegan attam haa gammadan!”
— Mul. 1:3