— Case study:
Jaalallee tiyyaan wal lolle jedhe fuula guuraa dhufee.. Akkamitti? Jedhee kan gaafate hiriyuma isaa tokko. Gurbaan suuraa intala wahii story godhate. Story godhannaan intalti biyya arabaa jirtu (tan inni jaalatu) aartee block goote. "Maalif wal loltanree?" Jedhee gaafate. "Ani hin beeku, Aartee loltee block na goote🥺" ... "
"Maalifboo? Maal jetteen ati?"
Gurbaan dhoksaan 8 biyya arabaatii, 5 immoo biyyaa jaalachaa jira. Intala biyya jirtu Story godhannaan, shamarran sunneen yeroo "eenyu tun?😡" je'anii gaafatan, obboleeytii tiyya je'aan. Taaniinis intala adaadaa koo jedhee tasgabbeecha. Isaan keessaa takka ammoo intala ni beekti. Sobuusaa caalaa waan argite amanuu dadhabde. Ni aarte. "Obboleettii tiyya" jechuu isaa daran, sobuu isaa daran, intalatti aarte. Mucayyoon gurbaan Story godhate intala jaalallee gurbaa kanaati.
"An hin heerumne" jettee wal jaalachaa jiran. Yeroo intala isii Story irratti argitu garuu ni naate. Ni aarte. Block goote. Haati intalatti ni hinaaftii? Gaaffii jedhu har'a faarlaamaarratti hin
gaafannee hogganoonni teenna? 100 jaalachuu dandeessa. Garuu isaan hunda osoo wal barsiiftee gaariidha. Keessaafuu haadhaa fi ilmoo wal barsiiftee jaalachuun ni ulfaatti mii? Ee yaaboo ni ulfaatti. "Ati yoo nama sobde, namnis si soba. Ati yoo intala fuuldura jaartii namaa taatu wannoo goote, intaloo sitti heerumuf teessu saniis dhiirri maasxiqaa xoorii bitaaf ... ..." jedhee gorsee ture Jaarsi ollaa!
Haawaaryuu istudeenxis? 🐑🐄🐂🐃👨🦯
Okkee siddaawu!
"Taanqiyu firfoosar"