Keneni Adugna Godina Harargee Lixaa Aanaa Daaroo Labuu Magaalaa Miicataatti dhalattee guddatte. Qananiin hojii moodelummaa fi beeksisa garaa garaa hojjechaa kan turte. Keessattuu uffata aadaa Oromoo Godinaalee Oromiyaa beeksisuu fi kiliippiiwwan sirboota Afaan Oromoo tokko tokko irratti 'modelist' ta’uun gahee ofii bahachaa turte Beekamtis horatte.
Har'a Carraa ishee ta’ee du’a akka malee kana mudatte! Reeffii Ishee erga qoramate booda Gara bakka maatiin ishee jiru Sulultaattii geeffamee jira, gaggeessan guyyaa boru Ni raawwata jedhame!
Maatii fi Firoottan akkasuma ahlii ollaaf jajjabina haa kennu! 😢