Waaliyaawwan har'a gita isaanii Garee Biyyaalessa Jibuutii waliin taphatu
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa marsaa 6ffaa har'a gita isaa Jibuutii waliin taphata.
Har'a halkan sa'aatii 6:00 eegalee Moorookoo magaalaa Al Jeediikaa Istaadiyeemii Al Abdiitti ni taphatu.
Waaliyaawwan taphoota hanga ammaatti taphatan 5 keessaa 3 qixa bahuun 2 ammoo moo'amuun qabxii 3'n sadarkaa 5ffaarratti argamu.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Jibuutii ammoo taphoota 5 keessaa 4 moo'amuun 1 qixa bahuun qabxii 1 sadarkaa 6ffaarra jiru.
Carra gaarii garee biyalessaa itoophiyaaf
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ