Dhaamsa Jaal Marroo fi Jaal Gammachuun nuuf dhaaman keessaa muraasa.
✒ Waraana waa guduunfachuu danda'u of harkaa qabna, waraana uummaticha madaalus ijaarreerra(#Jaal_Marroo).
✒ Diina amma uummata keenya boossisaa jiru kana laamshessuu dhaaf qindoomina jabaadhaan dhufaa jirra(#Jaal_Gammee).
✒ Nuti tokko, Jaal Marroo jibbanii jaal gammee faarsuun, Jaal Sanyii jajanii Jaal Abdii abaaruu, Jaal Sanyii abaaraa Jaal Sabaa'if jajuun hin danda'amu(#Jaal_Marroo).
✒ Hattootaa fi gartuu booyyeef karkarroo maqaa WBO tiin daldaluu fi WBO maqaa balleessu dhabamsiisuuf uummanni Oromoo dammaquu qaba(#Jaal_Marroo).
✒ Olollii fi Ajjeechaan yeroo ammaa kanatti PP dhaan geggeeffamaa jiru kan abdii kutannaa irraa maddee fi watwaannaati(#Jaal_Marroo).
✒ Uummanni Oromoo yeroo dhiyoo keessatti fincila guddaa geggeessuu fi mootummaa abbaa hirree kana ofirraa jigsuuf amma irraa qabee of qopheessuu qaba(#JM & #JG).