Hin Bitintiriin Adda Baafadhu!
=========================
Adda baafadhuu keessaa maladhu ilma Oromoo taatee waraana raayyaa ittisa impaayerattii keessa kan jirtu.
Lolli ati kallattii bahaan loluuf deemtu akka kan Tigiraay miti.
Ni ulfaata.
Lolli Tigiraay
Madfii
Zu_23
Morteraa fi
Taankii dhaan deggerame.
Yeroo kana immoo humnooti pp keessanii humna qilleensaa fayyadamaa turan humna wall hin ginneen.
Lolichuma irrattiyyuu waraanni impaayerattii kumaatamaan booji'amee, kumaatamaan dhumee, kumaatamaan qaama hirruu ta'e.
Lolli kallatti bahaan banamuuf deemu immoo kanarraa adda. Innis
Humna qilleensaa
Misaayilii
Rokkeetii
Madfii
Zu_23
Morteera
Taankii fi ulaagaa humna qilleensaa fi lafoo guuteen akkasumas tooftaa loltummaa ammayyaan geggeeffama.
Isin waraanni impayeera kanaa immoo naamusa loltuu iyyuu hin kabajjan.
Nu harkattii danuu miidhamtaniittu barcuma aangoo Abiyyii tiksuuf.
Kanaafuu lola keessaa of baasaatii of baraaraa!
Qawwee ppn isin hidhachiifte impaayerattiitti galagalchaatii ittiin diigaa!
Impayeerri kun kufnaan lolli Bahaa fi Kan Oromiyaa keessaas ni dhaabata.
Garuu lilmoo xonqolaa talaallii busaa jechuun isin waraanan sana suuqqattanii arguu, dhaga'uu fi hubachuu hin dandeessan taanaan waan isin irratti ta'uu arguuf jirtu.
Yaadannoodhaaf barruu kana olka'adhaa!