🏥PHARMACISTn yeroo jaalallee isaatiif walaleesu🎇🏩
Amoxa tiyya lookoo, yaa mootii dubraa
Jaalala teetu na rakisee, akkamiin taha firraa?
Side effect'n jaalala keetii, an hirriiba na dhoorkitee
Treat na godhuu dhiiftee, maaliif toxic natti taatee¿
Dhibee jaalala keetiif, drug of choice kiyya sumaa
Ati na yaaluu baannaan, fayyuun koo hin jiru humaa
Ati waa badii hin qabdu, anaa "over dose" fudhatee
Amallee yaalli koo suma,yoo "antidote'' naaf taatee!!