✅Galatoomi Rakkoo
👉Kuni fira keeti Kuni diina keeti jettee na agarsiifteee
👉Firaaf diina kiyya addaan na barsiiftee
👉Silaa ati hin jiraannee hiriyaa dhugaaf dharaa
👉Yooman addaan baafadhee Firaaf diina koo baraa
👉Ani sin galateeffadha Galatoomi yaa rakkoo
👉silaa ati hin jiraannee Ani hin beeku waan tokkoo
👉Hunduu si cinaa jirra jedhee Abdii natti horee
👉Ati mana koo dhufnaan hundinuu narraa goree
👉Ani yoomiyyuu sin jibbu akka namoota kaanii
👉Rakkoo galatoomi onneerraa dhugaanii
👉Sababuma keetiinan Firaaf diina koo baree
👉Galatoomi yaa rakkoo maaliifan si jibbaree
Share godhaa! Waanti kun mana hundumaa jirti waan ta'eef
⤵️⤵️⤵️
@Mulataakeenya