"Yaadni Roonaaldoo na ajaa'ibe"jadhe Roodriin
Injifataan badhaasa Ballon D'Or taphataan lammii Spain fi kilabaa Manchester City Rodri Hernandez C. Ronaldo "badhaasni Ballon D'Or haqa qabeessa hin turre'' jechun isaa akka isa ajaa'ibe dubbateera!
C. Ronaaldo'n guyyoota muraasa dura badhaasni Ballon D'Or bara kanaa haqa qabeessa akka hin turreefi badhaasichi akka Vinicius Jr. malu dubbate ture!
Rodri immoo deebii kenneera!👇
Rodri🗣️ ''Ronaldo'n akkas jechuunsaa na ajaa'ibe, sababni isaas inni nama kamuu caalaa badhaasni kun akkamitti akka kennamuu fi ulaagaa kamiin akka injifataan ni beekaa'' kan jadhe Rodri'n itti fufuniis
"Gaazexeessitoonni bara kana akkan injifadhu na filataniiru, Gaazexeessitoonni na filataan kunneen kanaan duraa tarii Ronaldo'n akka injifatuuf isaa filataniiru ta'a, kun waliif nu galcha jadheen yaada." Jechun dubbate!!
.
Dhimmaa kana irratti isin hoo maal jettuu?yaada keessan barreessa✍️
@oduu_isporti