✅Jechoota dinqisiisoo Z.Ibrahimovic keessaa muraasa...:
🗣" Kubbaan miilaa carra qabeessa,sababnisaa;Zilaataan kubbaa miilaa taphataara waanta'eef"
🗣"yeroon barataa turetti guyyaa tokko mana Barumsaa guyyaafadhee/barfadhee/ gaafan deemu; ijoolleen ganamaan dhufan Ari'amanii jaraa galuun arge,sababnisaas Zilaataan dursitanii maaliif dhuftan jechuun"
🗣"Shaakala osoon hin deemin yoon guyyaafadhe ykn yoon hafe, leenjisichi taphattootaaf boqonnaa kennuu qaba"
🗣"Guyyaa tokko Ronaldinho Gocho'itti qoosaa tokko himeen ture, inni garuu amma yoonaatti qoosaa sanaan kolfaa jira"
🗣" Cheelsiin ana bituu hin danda'u,sababnisaa; ani jaraa ol waancawwan injifadheera waanta'eef"
🗣"Zilaataan Fuullee ijatti kan godhatuuf ijjisaa akka hin miidhamneef osoo hin taane; Aduun akka hin miidhamneefi"
🗣"Barsiisaan ana barsiisuyyuu mana fincaanii deemuu yoo barbaade; Eeyyama anarraa fudhatee deema ture"
SHARE @ODUU_ISPORTI