Akkam Jirtu?
Ergaan asii ol Walitti hidhee Jiru bareeffamaa Waggaa tokko duraati!
Har'a Garuu Ergaa sana Dudduuba deebi'ee akkan dubbisu waan na godhetu Jira!
Namni an Akka fakkeenyatti Fudhee barreeffama sana Keessa galchee Jiru Actor Denzel Washington Torbee dabarsine Keessa Gooftaa Yesuus OFITTI fudhate,yeroo sirni cuuphaa Isaa raawwatamu YouTube irraa daawwadhu Gammachuu guddaatu natti Dhagaa'ame!
Nama kana an personally actor ta'uu beekee osoo hin Taane Haasaa inni yeroo Tokko yuniversity Ameerikaa Keessatti Argamu tokko Irratti put God first jedhee Godhetu akkan Isa simadhu na Godhe!
Sana Booda actor beekamaa Akka ra'e. tony award,Academic Award,2016tti immoo life time Achievement , 2020tti immoo 21st Century Greatest Actor, bara2022 tti immoo the Presidential Medal of Freedom Award argate even Oscar award illee Nama Argate Akka ta'e bare!
Torbee dabarsine kana ammoo Achievement Guddaa,Award Guddaa Addunyaa Kun Wal+,tajjii Guddaa akkamii qopheessite irratti Namaaf Kennuu hin Dandeenye argateera!
Innis sirna Cuuphaa Isaa booda Akkan dubbisetti akkas jedhee dubbate "yeroo haa fudhatayyu malee Dhumatti as Gahuu Danda'eera, Waaqayyo inni Anaaf Gochuu Danda'e isiniif Gochuu hin danda'a" Jedhe!