Jireenya Kee Waaqayyoofis Namoota Naannoo Kee Jiraniifis Bu'aa Qabeessa Kan Godhu Waamicha Waaqayyo Jireenya Keerra Qabuudha!
Waamicha walii galaa Akkuma Qabnu ,Qofa Qofaa Keenyattis Addatti Waaqayyon biraa Waamicha Qabna Kunis waanta Waaqayyo Karaa Keenya Fiixaan baafachuuf /Hojjechuu Barbaaduudha!