Kolfaaf 😁
Jaarsaa fi jaartii waggaa torbaatamaa ol waliin jiraatantu,jireenya isaanii isa ammaa nuffaniiti fakkaata;jaartiin,jaarsaan "koottumee akka durii keenyaa taana akka yeroo ijoollummaa" jetti; jaarsis "Dhugaa jette; egaa akka gootu ani dhagicha san bira dhaabbadheen si'eega, ati suuqiidhaa waa bituuf ba'i" jedheen. Isheenis "tole" jette, innis dhaqee dhagicha bira dhaabbatee ishee eegaa jira, isheen garuu hin dhufne sa'aa afurii ol ishee eegee, isaaf gamnaan gara manaa gale yeroo inni mana seenu isheen teessee boossi jaarsi rifatee "Maal maal taate?" Yoo jedhuun "Haati koo manaa hin baatu naan jette" jetteeni 😁😂
@Kottaakolfaa 😂😁
@Kottaakolfaa